Onko :Sibirtuu,Odeeffannoowwan waqtaawaa #yaadimedianetwork #news #breakingnews #daily

Pireezidaant Saahilawarqi Zawudee Afrikaan oomisha wabii nyaataan akka of dandeessu dureewwan ishee kutannoon kaaneerra jedhan,Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni qonnaa gahe lafa heektaara miiliyoona 1.1 irraa walitti qabame,Omishi Dammaa abdachiisaa ta’ biroos jiru daawwadhaa #news #breakingnews #daily #localnews #ethiopia #politics
Back to Top