Dhimmoota ijoo Itiyoophiyaa Jan 03,2024 #yaadimedianetwork

Waliigalteen dhimma balbala galaanaa ajandaa biyyaa guddaa ta’uudhaan itti fufeera Akkam jirtu!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda’,like hunda akka isin dhaqqabuu danda’uufis subscribe erga gootanii booda ’All’ kan jedhu cuqaasaa Yaada ijaarsaa kennitaniif Imeelii armaan gadii kana fayyadamaa Email: brehuri1@
Back to Top