Malaammaltoota birrii wajjin qabaman Jan #yaadimedianetwork

Hojjetoonni Waajjira Bulchiinsa Liizii Lafaa matta’aa Birrii miiliyoona 1fi kuma 400 utuu fudhatanii harkaafi harkatti to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee ’ina oduu kanaafi kanneen biroo hordofaa Maddi: OBN Sagalee Ummataa Akkam jirtu!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundaa yaadaa bar,Kanaafan ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda’,like hunda akka isin dhaqqabuu danda’uufis subscribe erga gootanii booda ’All’ kan jedhu cuqaasaa Yaada ijaarsaa kennitan
Back to Top