Imala Waggoota Soddomaa #yaadimedianetwork #ethiopianews

Imala seena-qabeessa Mootummaa Naannoo Oromiyaa hundeeffama irraa eegalee Akkam jirtan?Nageenyi Badhaadhaa! Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Maddi waan hundumaa ’Yaadi Media Network’ jedhee moggaase. Nuti akka sabaattis ta’e akka biyyaatti waltumsuufi waldeeggaruudhaan fooyya’aa isiniif dhiyeessuu akkan danda’uuf fedhii keessaniin nadeeggaraa. Berhanu Hurissa Heyi CBE 1000000868497.
Back to Top